Imaala Milki Book

Imaala Milki Book

α‰₯ር 500.00

Kitaaba ajaa'ibaa barreessaa cimaa Redwan Amin barraa'e.Kitaaba "IMALA GARA MILKII" maxxansa 2ffaa bitannee haa dubbisnu.

Bu'uura gaafii namoota hedduutiin Kitaabni "IMALA GARA MILKII" Godinoota fi Magaaloota gurguddoo Oromiyaa hunda wal ga'uu qaba jedhamee gaafatama tureen koreenis dhaabatee copy Kitaaba 3,000 maxxanfamee jiru, Raabsamee Oromiyaa hunda akka wal ga'uu koreen murteesseera.

Kanaaf ofii keessaniif, hiriyyoota keessaniif firaaf ahlii keessaniif bitaa!

Screen shot kafaltii keessanii Telegram ykn WhatsApp 0994248463 Ergiruuf!.

Gatiin tokkoo=500 delivery dabalateeti.

Lakkoofsa Herreegaa Baankii
Maqaa Redwan Amin Husen

Ethiopia Commercial Bank
1000707412538

Oromia Cooperative Bank
1000056158468

Hijra Bank
1002064230002

Rammis Bank
1010046963101

Abysinia Bank
234600443

Dasheen Bank
2977880246111
Redwan Amin